proudly fun laabrariin ummataa siyaatil 100 (the seattle

2
Laabrariin Ummataa Siyaatil (The Seattle Public Library) lafa ofii keenyaa, daangaa durii kan Qarqara Uummata Saalish irra jiraachuu keenya ni kabaja. Artwork by Yessica Marquez oromo 100 Summer of Learning years of Bara Barnootaa Gannaa 2019 sirriitti Baradhu Qajeelcha Gocha Barumsa Jalqabaa ʔəsk’ʷədiitəb ʔə tii Seattle Public Library txʷəl dxʷʔaə ʔal tii swatixʷtəd ʔə tii txʷəlucid ʔaci talbixʷ tul’al tudiʔ tuhaʔkʷ. Proudly sponsored by Filaayarii kana Muuziyeemii Burk HAARAA kan ganna 2019 Kaampaasii UW Seattle tti banamu shaakaluuf itti fayyadami! Filaayarii kana gara Burk fiduun gamee BILISAA si’a tokkoo kan nama lamaaf Mudde 1, 2019 – Amajjii 31, 2020 tti turu fudhadhu. Waa’ee kennaa bal’ina isaa yoo barbaadde www.spl.org/SummerOfLearning ilaali. lushootseed

Upload: others

Post on 10-Dec-2021

0 views

Category:

Documents


0 download

TRANSCRIPT

Laabrariin Ummataa Siyaatil (The Seattle Public Library) lafa ofii keenyaa, daangaa durii kan Qarqara Uummata Saalish irra jiraachuu keenya ni kabaja. Ar

twor

k by

Yes

sica

Mar

quez

orom

o

100Summer of Learning

years of

Bara Barnootaa Gannaa 2019 sirriitti Baradhu

Qajeelcha Gocha Barumsa Jalqabaa

ʔəsk’ʷədiitəb ʔə tii Seattle Public Library txʷəl dxʷʔacə ʔal tii

swatixʷtəd ʔə tii txʷəlsucidʔaci talbixʷ tul’al tudiʔ tuhaʔk.

Proudly fun

Proudly sponsored by

Filaayarii kana Muuziyeemii Burk HAARAA kan ganna 2019 Kaampaasii UW Seattle tti banamu shaakaluuf itti fayyadami!

Filaayarii kana gara Burk fiduun gamee BILISAA si’a tokkoo kan nama lamaaf Mudde 1, 2019 – Amajjii 31, 2020 tti turu fudhadhu. Waa’ee kennaa bal’ina isaa yoo barbaadde www.spl.org/SummerOfLearning ilaali.

lushootseed

Gufuu Dubbisa Gannaa!Yeroon gannaa barnootaf gannaatiif qophaa’udhaaf yeroo baay’ee mijataadha! Yaadoleen kun ijoolleen akka baratanii fi hojjachuudhaf itti gammadaniif ni gargaara.

1. Maqaa kee barreessuu shaakali. Yoo sun salphaa ta’e, teesso fi lakkoofsa bilbilaa kee baradhu.2. Oduud durii yookiin fakkii isaa kaasu nama biroof himuun.3. Afaan kamiinuu qubeelee ABC baradhu.4. Wantoota akka dhagaawwanii, baalaa fi baalleewwanii ala barbaadi. Boca, halluu fi hamma isaantiin qoodi.5. Gaaddidduuwwanii fi fakkaattiwwaniif ala ilaali.6. Boca isaa barbaaduuf itti fufi. Rog-sadeewwan, rog-arfeewwan fi geengowwan meeqa arguu dandeessa?7. Hojiilee mana keessaa maatii gargaari.8. Tapha dabaree eeggachuu barbaadu taphadhu.9. Wantoota akka ataraa yookin dhagaa xiqqaawan fayyadamuun fuula miira garaa garaa qabu kaasuu shaakali.10. Muuziqaa dhaggeeffachaa waliin sirbi.

1

23 4

67

8

910

5

• Kitaaba dubbisi yookiin mucaa keetti oduu durii himi. • Yeroo kamittuu yommuu dubbistu yookiin mucaa keetti oduu durii himtu, rog-arfee armaan gadii irratti mallattoo qaxxaamuraa godhi. • Guyyaa kudhan booda, stiikariidhaf garaa laabraricha koottu!